perezidat obbo Abba Duula Gammadaan godina shawaa kaaba magaala Fichetti jijjirama haala qilleensa mul'atu ittisu irratti marii hawasa wajjinnin taasisan irratti akka himanitti rakko jijjirama qillensan mudatu hanbisuuf hirmaannnan hawasa hundaa murteesadha kedhan. Bulchiinsi Mootummaan nannoo oromiyaa rakkinicha ittisuuf xiyyefannoo itti kenne hojjacha akka jirus himan. Marii hawaasa waliin adeemsifames dhaadannoo 'naannoo keenya kunuunsuun hiyyumma keessa haa baafnu jedhuun kabajame . |
|
Qabso hiyyummaa irratti taasifamaa jiru galmaan gahuuf kunuunsa naannootif xiyyefannon kennamu akka qabu perezidantin bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa hubachisan.