opdo
   

News| About Us |Publications| Mission| Policies| Achievements| Contact Us| Links| Comments| Ethiopia 2010 Election


  TOKKUMMAA SABOOTA, SAB-LAMMOOTAA FI UMMATTOOTA ITOOPHIYAA CIMSUUDHAAN MISOOMA KEENYA NI ARIIFACHIISNA

 

 

 

Itoophiyaa keessatti sirnii ijaarsa bulchiinsa gaarii ijaaramu eerga jalqabee as walittii dhufeenyii sabaa sablamootaafi Uumatoota Itoophiyaa cimaa dhufee jira.

Itoophiyaa keessatti sirnii ijaarsa bulchiinsa gaarii ijaaramu eerga jalqabee as walittii dhufeenyii sabaa sablamootaafi Uumatoota Itoophiyaa cimaa akka dhufeefi keessuma ammo konfraansii nageenya waliinii naannoolee bahaa Itoophiyaa shanaan eerga hundeefamee gudinaafi nageenya waliinii hojachaa akka jiraan Preezidaantiin Bulchiinsaa Mootummaa Naannooo Oromiyaafi Duraa Ta’aan waltajjii konfraansii nageenya waliin Naannoo shanaan Bahaa Itoophiyaa Abaaduula Gammaadaa Ibsaan .

Ayyaanni sablamoota Itoophiyaa marsaa arfaafaafi Magaala Diree Dawaattii kabajamee kana irratti Abbaanduula akka jedhaniiti Ayyaanichi sanadaa waada sabaaf sablamoota biyyatiifi qabsoo isaanitiin kan heeri Mootummaa Federalaa Dimookratawwaa Itoophiyaa  itti mirkanaa’eefi mirgii isanii ittii kabajameedha jedhaniiru.

Ayyanichii yeroo ijaarsa nageenyaa, Dimookrasiifi Misooma itti godhamaa jiruutti kabajamuun isaa hojii misoomaafi gudinnaa biyyaa fuula isaanii duraa jiruu fixaan basuuf abdii itti horaatan ta’uu isaa eeraniiru.

Sabooniifi sablamoonii haala mijataa Motummaan isaanii isaniif uumettii fayadamanii daandii gudinnaafi firii gaarii agarsiisa jiru jajabeessaanii akka itti fufaniifi fuula isaanii dura kan jiru ajadaawaan misoomaa gurgudaafi yeroo kamuu caala kan itti qophaa’aan ta’uu isaa himaniiru.

Biyoonnii bahaa itoophiyaa olaa walii ta’aan shanaan kan yoomiyyuu caala qabeenya walittii isaan hidhuufi amaala walii galuufi wal danda’uu kan itti horataniidha jedhanii Kan caala immoo haali naannooleen kun shanaan waliif yaaduun waliin hojjataanii waliin gudataan mijatee jira jeedhaniiru.

Ayyaana kana irrattii Qondaaltoonnii Motummaa federalafi bakka butonnii naannoolee hundaa irraafi akkasumaas bakka butoonnii paarlaama biyyootaa olaa argamanii jiru.

 

 

  11.12.09