Ethiopia: EPRDF Executive Committee Concludes Regular Meeting
Executive Committee of the Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front (EPRDF) concluded its regular meeting on Saturday after passing decisions on various issues.
Bu’aawwan bu’uuraa gurguddoo arganne qabannee firii ol’aanaaf haa tumsinu
Ayyaana hundeeffama Dh.D.U.O waggaa 22 ffaa sababeeffachuudhaan gaazeexaa Oromiyaa; maxxansa addaa “Bu'aa Dh.D.U.On waggoottan 22n darban keessatti ummata Oromoof gama siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaatiin, argamsiise ilaalchisuun yaada kabajamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa, dura taa'aa Dh.D.U.Ofi Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa nuuf kennaniifi ergaa isaan dabarsan akka asii gadiitti qindeessinee dhiyeessineerra. Turtii gaarii! ........
Ibsa Dhaabbatummaa Ayyaana Waggaa 22 ffaa Hundeeffama Dhaabbata Dimokraatawaa Ummata Oromoo Sababeeffachuundhaan Koreen Giddugaleessaa Dh.D.U.O Baase
- Qabsoo Magaalotatti Gochoota Kiraa Sassaabdummaa Irratti Taasifamu
- Qabsoon ilaalcha kiraa-sassaabdummaafi ilaalcha misoomawaa gidduu jiru, olaantummaa ilaalcha misooma waan xumurama
- Qabsoo Hawaasa Yakka Malaanmaltummaa Baachuu Hin-dandeenye Uumuu Dandeessisu
- Ol'aantummaa siyaas-dinagdee kiraa sassaabdummaa diiguu keessatti gahee bakka hin-bu'amne qabda
Oomishaafi oomishtummaa dabaluuf xiyyeeffatamee hojjetama
Kallattiiwwan bu'uuraa karoora guddinaafi tiraansifoormeeshinii waggaa shanii fiixaan baasuuf, hundi gahee irraa eegamu akka bahu waamichi dhiyaate
Miseensa koree hojii raawwachiistuufi itti gaafatamaa ijaarsa waajjira giddu galeessaa Dh.D.U.O. Ob. Bazzuu Waaqbeekaa galmawwan karoora guddinaafi tiraansifoormeeshinii waggaa shanii (2003-2007) kaa'aman bu'a qabeessa taasisuuf kallattii hojii bara kanaa (2004) ilaalchisee ibsa kennaniin; “Karoora keenya waggaa shanii milkeessuuf hojiiwwan bara isa jalqabaa xumurree waggaa lamaffaatti ceeneerra. Hojiiwwan bara kanaa keessatti kallattiiwwan hojii bonaa keessatti misooma jallisiifi kunuunsa eegumsaafi misoomni qabeenya uumamaa bal'inaan ni gaggeeffamu jedhaniiru. . ...

Gamaaggama Raawwii KGT Bara 2003 fi Hoggansa DhDUO/ADWUI kutaa 2 ffaa
Gamaaggama Raawwii KGT Bara 2003 fi Hoggansa Dh.D.U.O/ADWUI
Karoorri Guddinaafi Tiraansifoormeeshinii biyyi keenya bara 2003 hanga 2007tti, waggoota shaniif baafatte, hojii irra ooluu erga eegalee waggaa tokko ta’eera. Waggaa jalqabaa raawwii karoora kanaatiin, bu’aalee jajjabeessoon hojiiwwan waggoota afran fulduratti nu eeggataniif bu’uura buusan galmaa’aniiru.....
Ayyaanni Irreechaa Magaal Bishooftuu Hoora Har-saadeettii bifaa ho'aadhaan Kabajamee
saboonni sablammoonni fi Uumatootni biyyaa keenyaa qabsoo hadhaawwa taasisaniin sirna haccuuccaa fi cunquursaan eenyumaa isaanni ukaamse ture oof irraa foonqoolchuudhaan sirni walqixxumaan saboota, amantaa fi aadaa keessatti kabajamee fi tokkummaan dimookratawaa feedhii uumatoota irratti hunda'ee mirkanneessuu danda'aii jiru ...
EPRDF Council concludes regular session after passing decisions
The Executive Council of the Ethiopian Peoples' Revolutionary Democratic Front (EPRDF) concluded its regular meeting on Saturday after evaluating first year implementation of the five year Growth and Transformation Plan (GTP).....
Waldaaleen IMX gara investimantiitti seenaa jiru
Barnootaa Qulqullinni isaa eegame Lammi hundaan ga'uun bu'uura guddina biyyaati .
Yaa'iin barnootaa naannoo Oromiyaa waggaa waggaan gaggeeffamu agarsiisa bu'aa qorannoo barnootaan magaalaa Adaamaatti jalqabamee jira.Yaa'ichis hanqinoota baruufi barsiisuu keessatti mul'ataniifi muuxannoowwan gaggaarii jiran akkaataa babal'isuun danda'amu irrattis kallaatti ni ka'a jedhamee yaadama. ..
| Yeroo Dheeraadha Booda Lagnii Abbaayyaa Saba isaa Fayaduu Jalqabuudhaaf |
|
Shororkeessummaafi seenaa dhufaatii isaa |
Gochoota shororkeessummaa ABO mirkaneessan hedduu keessaa muraasa ABOn, humnoota kaayyoo kiraa sassaabdummaa qabaniin, maqaa “Bilisummaa Oromoo” tiin erga hundeeffamee eegalee, gochoota shororkeessummaa lakkaa'amee dhumuu hin-dandeenye, dhalattoota Oromoo kaayyoo isaa deeggaruu didaniifi lammiiwwan biyyattii kumaatamatti lakkaa'aman irratti raawwataa tureera. Kumaatama badii lubbuufi miidhaa qaamaaf kenneera. Qabeenyaa biyyaafi lammiiwwanii Br. Biiliyoonotatti tilmaamamu barbadeesseera. ..... |




